LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Sadaasa ful. 4
  • Sadaasa 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Sadaasa ful. 4

Sadaasa 14-20

LALLABA 1-6

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Lallabaa jedhamu taphachiisi.]

    • Lal 3:12, 13—Hojii itti dadhaban irraa gammachuu argachuun kennaa Waaqayyoo ti (w15-AM 2/1 4-6)

    • Lal 4:6—Hojiidhaaf ilaalcha sirrii qabaadhaa (w15-AM 2/1 6 key. 3-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Lal 2:10, 11—Solomoon qabeenya ilaalchisee maal hubate? (w08 4/15 22 key. 9-10)

    • Lal 3:16, 17—Jalʼina addunyaa keessa jiruuf ilaalcha akkamii qabaachuu qabna? (w06-AM 11/1 14 key. 8)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lal 1:1-18

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp16.6 fuula jalqabaa—Kaardii teessoo JW.ORG kenniif.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp16.6 fuula jalqabaa—Moobaayilii irraa caqasa dubbisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 22-23 key. 11-12—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 140

  • “Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?—Akkamitti Itti Fayyadamna?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Sana booda, viidiyoo kitaaba Maal Nu Barsiisa? jedhamu Dhugaa 4 fuula 115 irratti hundaaʼee yommuu qoʼannaan geggeeffamu argisiisu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 18 key. 14-21, fi irra deebii boqonnichaa

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 53 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi