BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | WEEDDUU WEEDDUU CAALU 1-8
Durba Shulaam—Fakkeenya Hordofuu Qabnu
Namoota Yihowaa waaqeffataniif fakkeenya gaarii akka taatu kan ishii taasisu maali dha?
Hanga jaalala dhugaa argatutti obsaan eegdeetti
Namoonni abbuma argiteef miira jaalalaa akka qabaattu dhiibbaa akka ishii irratti godhan hin heyyamne
Kan gad of qabdu, iddoo ishii kan beektuu fi qulqulluu turte
Warqeedhaan ykn sossobbiidhaan gowwoomfamtee jaalala jalqabuu hin barbaanne
Akkana jedhii of gaafadhu:
‘Amalli gaariin Shulaamittii ani hordofuu barbaadu isa kami?’