LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 4
  • Muddee 12-18

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 12-18
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 4

Muddee 12-18

Isaayaas 6-10

  • Faarfannaa 43 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Masiihichi Raajiiwwan Akka Raawwataman Godheera”: (Daq. 10)

    • Isa 9:1, 2—Mandara Galiilaatti akka tajaajilu raajiidhaan dubbatamee ture (w11 8/15 10 key. 13; ip-1-AM 124-126 key. 13-17)

    • Isa 9:6—Gahee garaa garaa hedduu qabaata (w14 2/15 12 key. 18; w07-AM 5/15 6)

    • Isa 9:7—Bulchiinsi isaa guutumaa guutuutti nagaa fi haqni akka jiraatu godha (ip-1-AM 132 key. 28-29)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 7:3, 4—Yihowaan Ahaaz Mootichi inni hamaan akka oolu kan godhe maaliifi? (w06-AM 12/1 9 key. 3)

    • Isa 8:1-4—Raajiin kun kan raawwatame akkamitti? (it-1-E 1219; ip-1-AM 111-112 key. 23-24)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 7:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g16.6 fuula jalqabaa

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g16.6 fuula jalqabaa

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 34 key. 18 —Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 10

  • “Kunoo, Ani Jira, Ana Ergi!” (Isa 6:8): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Bakka Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Dhaqanii Tajaajiluu (viidiyoo jalaa WALGAʼIIWWAN KEENYAA FI TAJAAJILA jedhu jalatti argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 20 key. 14-26, irra deebii ful. 207

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 150 fi Kadhannaa

    Hubachiisa: Faarfachuu keessan dura muuziqaa isaa takkaa dhageessisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi