Amajjii 2-8
ISAAYAAS 24-28
Faarfannaa 12 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Saba Isaa ni Kunuunsa”: (Daq. 10)
Isa 25:4, 5—Yihowaan namoota isa tajaajiluu barbaadan hundaaf karaa hafuuraatiin bakka kooluu itti galani dha (ip-1-AM 272 key. 5)
Isa 25:6—Yihowaan waadaa nyaata hafuuraa baayʼinaan kennuuf gale eegeera (w16.05 24 key. 4; ip-1-AM 273 key. 6-7)
Isa 25:7, 8—Cubbuu fi duuti yeroo dhihootti bara baraaf ni balleeffamu (w14 9/15 26 key. 15; ip-1-AM 273-274 key. 8-9)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Isa 26:15—Yihowaan ‘daarii [“lafichaa,” NW] karaa hundumaa yommuu balʼisu’ isa gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? (w15 7/15 11 key. 18)
Isa 26:20—Wanti raajiidhaan “gola” jedhamee dubbatame maal argisiisuu dandaʼa? (w13 3/15 23 key. 15-16)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 28:1-13
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15) Akka filannootti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb16 140-142)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 22 key. 1-13
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 33 fi Kadhannaa