Amajjii 9-15
ISAAYAAS 29-33
Faarfannaa 42 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
‘Mootiin Qajeelummaadhaaf Mo’a’: (Daq. 10)
Isa 32:1—Mootiin qajeelummaadhaaf moʼu Yesuus Kiristoosi dha (w14 2/15 6 key. 13)
Isa 32:2—Yesuus inni moosifame gurguddoota firdii hoolota isaa kunuunsan ni qopheessa (ip-1-AM 332-334 key. 7-8)
Isa 32:3, 4—Saba Yihowaatiif qajeelfamnii fi leenjiin qajeelummaa akka argisiisan gargaaru isaaniif kennameera (ip-1-AM 334-335 key. 10-11)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Isa 30:21—Yihowaan tajaajiltoota isaa wajjin kan qunnamu karaawwan kamiini? (w14 8/15 21 key. 2)
Isa 33:22—Yihowaan saba Israaʼeliif abbaa firdii, seera kan kennuu fi mootii kan taʼe yoomi? Akkamitti? (w14 10/15 14 key. 4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 30:22-33
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) wp17.1 fuula jalqabaa—Nama aareef deebii kenni.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) wp17.1 fuula jalqabaa—Moobaayilii irraa caqasa dubbisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 31-32 key. 12-13—Garaa baratichaa akkamitti tuquun akka dandaʼamu argisiisi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Iddoo Qilleensa Jabaa Jalaa Itti Baqatan” (Isa 32:2): (Daq. 9) Viidiyoo taphachiisi (viidiyoo jalaa kutaa OUR MEETINGS AND MINISTRY jedhu jalatti argama).
“Walgaʼii Irratti Sirriitti Dhaggeeffadhu”: (Daq. 6) Viidiyoo Walgaʼii Irratti Sirriitti Dhaggeeffadhu jedhu taphachiisi. Achiis ijoollee xixinnoo gara waltajjiitti afeeriitii, gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Wanti walgaʼii irratti sirriitti akka hin dhaggeeffanne isin taasisuu dandaʼu maali dha? Noh yommuu Yihowaan markaba akkamitti akka ijaaru isaaf ibsu utuu hin dhaggeeffanne taʼee maaltu taʼa ture? Ijoolleen walgaʼii irratti akka gaariitti dhaggeeffachuun isaanii barbaachisaa kan taʼe maaliifi?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 22 key. 14-24, irra deebii ful. 224
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 18 fi Kadhannaa