LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 6
  • Amajjii 23-29

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 23-29
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 6

Amajjii 23-29

ISAAYAAS 38-42

  • Faarfannaa 35 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Warra Dadhabaniif Humna ni Kenna”: (Daq. 10)

    • Isa 40:25, 26—Yihowaan Madda humna guddaa hundumaa ti (ip-1-AM 409-410 key. 23-25)

    • Isa 40:27, 28—Yihowaan rakkinaa fi jalʼina nu irratti raawwatamu ni arga (ip-1-AM 413 key. 27)

    • Isa 40:29-31—Yihowaan warra isatti amanamaniif humna ni kenna (ip-1-AM 413-415 key. 29-31)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Isa 38:17—Yihowaan cubbuu keenya hundumaa of duubatti kan gatu akkamitti? (w03-AM 7/1 17 key. 17)

    • Isa 42:3—Raajiin kun Yesuus irratti kan raawwatame akkamitti? (w15 2/15 8 key. 13)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin tajaajila irratti itti fayyadamuu dandaʼu isa kami?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Isa 40:6-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) fg—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) fg—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 38-39 key. 6-7​—Garaa baratichaa akkamitti tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • “Kiristiyaanota Ariʼatamni Irra Gaʼaa Jiruuf Kadhachuu hin Dagatinaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Qorumsa Dhugaa Baatota Yihowaa Taagaanroogitti Argaman Irra Gaʼaa Jiru—Haqni Jalʼachuun Isaa Yoom Hafa Laata? (viidiyoo jalaa kutaa OUR MEETINGS AND MINISTRY jedhu jala ilaali).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) ia boq. 23 key. 15-29, irra deebii ful. 236

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi