LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Ebla ful. 4
  • Ebla 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Ebla ful. 4

Ebla 10-16

ERMIYAAS 22-24

  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “‘Garaa Ittiin’ Yihowaa ‘Beektan’ Qabduu?”: (Daq. 10)

    • Er 24:1-3—Yihowaan namoota harbuutti fakkeesseera (w13 3/15 8 key. 2)

    • Er 24:4-7—Harbuu gaariin, namoota ergicha fudhatanii fi garaa ajajamu qaban argisiisa (w13 3/15 8 key. 4)

    • Er 24:8-10—Harbuu badaan immoo, namoota finciltoota taʼanii fi garaa hin ajajamne qaban argisiisa (w13 3/15 8 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 22:30—Labsiin kun Yesuus mirga teessoo Daawit dhaaluuf qabu kan isa hin dhabsiisne maaliifi? (w07-AM 3/15 10 key. 9)

    • Er 23:33—“Baʼaan Waaqayyo” maali dha? (w07-AM 3/15 11 key. 1)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 23:25-36

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.2 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.2 fuula jalqabaa—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 5 key. 1-2—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • “Kiristiyaana Duubatti Deebiʼe Gargaaruu ni Dandeessu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Warra Duubatti Deebiʼan Jajjabeessaa jedhamu taphachiisi (kutaa THE BIBLE jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 4 key. 7-15, saanduqa “Masaraan Eegumsaa Maqaa Waaqayyoo Ol Ol Kan Godhe Akkamitti?” fi saanduqa “Sababii Guddaa Itti Lallabnu”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi