LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Ebla ful. 6
  • Ebla 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Ebla ful. 6

Ebla 17-23

ERMIYAAS 25-28

  • Faarfannaa 73 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Akkuma Ermiyaas Ija Jabeeyyii Taʼaa”: (Daq. 10)

    • Er 26:2-6—Yihowaan, Ermiyaas ergaa akeekkachiisaa akka labsuuf isa ajaje (w09-AM 12/1 24 key. 6)

    • Er 26:8, 9, 12, 13—Ermiyaas mormitoonni isaa akka isa sodaachisan hin heyyamne (jr-E 21 key. 13)

    • Er 26:16, 24—Yihowaan raajii isaa isa ija jabeessa taʼeef eegumsa godheera (w09-AM 12/1 25 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 27:2, 3—Ergamoonni biyyoota garaa garaa gara Yerusaalem kan dhufan maaliif taʼuu dandaʼa? Ermiyaas hoo waanjoo kan isaaniif hojjete maaliifi? (jr-E 27 key. 21)

    • Er 28:11—Ermiyaas, Hanaaniyaa yommuu morme tarkaanfii ogummaa irratti hundaaʼe kan fudhate akkamitti? Nuti hoo fakkeenya isaa irraa maal baranna? (jr-E 187-188 key. 11-12)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsawwan kan biraa akkamii argadheera?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 27:12-22

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-36 —Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-36 —Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isa gad) lv 7 key. 4-5—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 61

  • “Faarfannaawwan Mootummichaa Ija Jabina Akka Qabaannu Nu Gargaaru”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Faarfannaa Hojjetoota Jajjabeesse jedhu taphachiisi (viidiyoon kun kutaa INTERVIEWS AND EXPERIENCES jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 4 key. 16-23 fi saanduqa “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 29 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi