LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 6
  • Caamsaa 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 6

Caamsaa 22-28

ERMIYAAS 44-48

  • Faarfannaa 35 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ati Ofii Keetiif Wanta Guddaa Akkasii hin Fedhin!”: (Daq. 10)

    • Er 45:2, 3—Baaruk wanta sirrii hin taane yaaduun isaa dhiphina isatti fideera (jr-E 104-105 key. 4-6)

    • Er 45:4, 5a—Yihowaan gaarummaadhaan Baarukiin sirreesse (jr-E 103 key. 2)

    • Er 45:5b—Baaruk wanta caalaatti barbaachisaa taʼe irratti xiyyeeffachuudhaan lubbuu isaa oolcheera (w16.07 8 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 48:13—Mooʼaabonni ‘Kemosh Waaqayyo tolfamaa’ amanachuu isaaniitiin kan yeellaasifaman maaliifi? (it-1-E 430)

    • Er 48:42—Murtoon Yihowaan Mooʼaab irratti dabarse amantii keenya kan jabeessu maaliifi? (it-2-E 422 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 47:1-7

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) hf—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) hf—Deddeebii gaaffiidhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 199 key. 9-10—Baratichi qorumsa isa mudate tokko ilaalchisee qorannaa gochuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe itti argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 84

  • Dargaggootaa—Ofii Keessaniif Wanta Guddaa hin Fedhinaa: (Daq. 15) Viidiyoo kana erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa Gaaffii Dargaggootaa—Jireenya kootti Akkamitti Yoon Fayyadame Wayya?—Seenaa Darbe (TEENAGERS jalaa ilaali).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 6 key. 8-15 fi saanduqa Walgaʼiiwwan Gurguddaa Obboloota Hojii Lallabaatiif Kakaasan

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 37 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi