LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 2
  • Waxabajjii 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 2

Waxabajjii 5-11

Ermiyaas 51-52

  • Faarfannaa 98 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wanti Yihowaan Dubbate Hundi ni Raawwatama”: (Daq. 10)

    • Er 51:11, 28—Yihowaan, Baabiloniin kan injifatu eenyu akka taʼe raajii dubbateera (it-2-E 360 key. 2-3)

    • Er 51:30—Yihowaan, Baabilon weerara ishiitti dhufu of irraa ittisuu akka hin dandeenye raajii dubbateera (it-2-E 459 key. 4)

    • Er 51:37, 62—Yihowaan yeroo booda Baabilon ona akka taatu raajii dubbateera (it-1-E 237 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Er 51:25—Baabilon “tulluu balleessituu” kan jedhamte maaliifi? (it-2-E 444 key. 9)

    • Er 51:42—‘Galaanni Baabilon irra akka baʼe’ ibsamuun isaa maal argisiisa? (it-2-E 882 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Er 51:1-11

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni namoota haasofsiisaniif odeeffannoo weeb saayitii jw.org/om jalaa BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU > GARGAARSA MAATIIDHAAF TAʼU jedhu jala jiru akka itti argisiisan jajjabeessi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 3

  • “Amantiin Abdii Yihowaan Kenne Irratti Qabdu Hangam Jabaa Dha?”: (Daq. 15) Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu. Hundi isaanii namoota hidhata amantii isaanii taʼanii wajjin, raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu irratti mariʼachuudhaan amantii walii akka cimsan jajjabeessi.—Rom 1:11, 12.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 7 key. 1-9

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 58 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi