Waxabajjii 12-18
Faaruu Ermiyaas 1-5
Faarfannaa 143 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Obsaan Eeguun Jabaannee Dhaabachuuf Nu Gargaara”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Faaruu Ermiyaas jedhamu taphachiisi.]
Faru 3:20, 21, 24—Ermiyaas obsaan eeggateera; Yihowaattis amanameera (w12-AM 6/1 14 key. 3-4; w11 9/15 8 key. 8)
Faru 3:26, 27—Qorumsawwan amantii moʼuun keenya rakkoowwan gara fuulduraatti nu mudatan damdamachuuf nu gargaara (w07-AM 6/1 11 key. 3-4)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Faru 2:17—Yihowaan, Yerusaalemii wajjin haala wal qabateen “dubbii” isa kam fiixaan baase? (w07-AM 6/1 9 key. 3)
Faru 5:7—Yihowaan, cubbuu abbootiin isaanii hojjetaniif namoota ni adabaa? (w07-AM 6/1 11 key. 1)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Faru 2:20–3:12
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) fuula jalqabaa g17.3—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) fuula jalqabaa g17.3—Walgaʼii keenya irratti akka argamu afeeri.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w11 9/15 9-10 key. 11-13—Mata duree: Yihowaan Gaʼaa Koo ti.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8) Akka filannaatti mata duree “Xalayaa Qaama Ol Aanaa Irraa Ergame” jedhu irratti mariʼadhaa (jw.org/om > WANTOOTA QOPHAAʼAN > KITAABOTAAFI BIROOSHUROOTA jalatti argama)
Hojiiwwan Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo Waxabajjii 2017 Hojiiwwan Jaarmiyichi Raawwate jedhu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 7 key. 10-18, saanduqa “Sagantaa Raadiyoo Dabliiwu Bii Bii Aarri,” “Walgaʼii Guddaa Seena Qabeessa Taʼe”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 37 fi Kadhannaa