LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 5
  • Waxabajjii 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 5

WAXABAJJII 19-25

HISQIʼEL 1-5

  • Faarfannaa 111 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Hisqiʼel Ergaa Waaqayyoo Gammachuudhaan Labseera”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Hisqiʼel jedhamu taphachiisi.]

    • His 2:9–3:2—Hisqiʼel kitaaba maramu isa ‘booʼicha, gaddaa fi wawwaannaa’ qabate nyaateera (w08 7/15 8 key. 6-7; it-1-E 1214)

    • His 3:3—Hisqiʼel raajii taʼee Yihowaa tajaajiluu isaatiif galateeffateera (w07-AM 7/1 12 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 1:20, 21, 26-28—Konkolaataan samii irratti mulʼate maal argisiisa? (w07-AM 7/1 11 key. 6)

    • His 4:1-7—Hisqiʼel mulʼata Yerusaalem akka marfamtu ibsu kallattiidhaan hojiidhaan argisiiseeraa? (w07-AM 7/1 12 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 1:1-14

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-32—Deebitee dhaquuf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-32—Viidiyoo Maatiin Keessan Gammachuu Qabaachuu Ni Dandaʼa—Beeksisa jedhamu taphachiisi; achiis birooshuricha kenniif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 143 key. 20-21—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 76

  • “Misiraachicha Lallabuudhaan Gammachuu Argachuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Qoʼachuu fi Irratti Xiinxaluudhaan Gammachuu Deebisanii Argachuu jedhamu taphachiisi (KITAABA QULQULLUU jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 7 key. 19-23, Saanduqa “JW.ORG” chaartii “Malawwan Namoota Hedduudhaaf Ittiin Lallabne” fi saanduqa “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 21 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi