LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Adoolessa ful. 2
  • Adoolessa 3-9

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 3-9
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Adoolessa ful. 2

ADOOLESSA 3-9

HISQI’EL 11-14

  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Garaa Foonii Qabdaa?”: (Daq. 10)

    • His 11:17, 18—Yihowaan waaqeffannaan dhugaa deebiʼee akka hundeeffamu abdii kenneera (w07-AM 7/1 11 key. 4)

    • His 11:19—Yihowaan garaa qajeelfama inni nuu kennuuf dafee ajajamu nuu kennuu dandaʼa (w16.05 15 key. 9)

    • His 11:20—Yihowaan wanta baranne hojii irra akka oolchinu barbaada

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 12:26-28—Yaanni caqasa kana irratti argamu tajaajiltoota Yihowaatti itti gaafatamummaa akkamii fida? (w07 7/1-AM 13 key. 8)

    • His 14:13, 14—Maqaan namoota kanaa as irratti caqasamuun isaa barumsa maalii nuuf dabarsa? (w16.05 26 key. 13; w07-AM 7/1 13 key. 9)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 12:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti hundaaʼe mareedhaan kan dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 129

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15) Akka filannootti, barumsawwan Kitaaba Waggaa irraa argaman irratti mariʼadhaa. (yb17-E 41-43)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 8 key. 8-13 fi chaartii “Barreeffamoota Addunyaarratti Baayʼinaan Maxxanfaman”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 75 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi