LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Adoolessa ful. 3
  • Adoolessa 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Adoolessa ful. 3

ADOOLESSA 10-16

HISQI’EL 15-17

  • Faarfannaa 49 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waadaa Galte ni Eegdaa?”: (Daq. 10)

    • His 17:1-4—Baabilononni Yehoyaaqiim Mooticha aboo irraa buusanii Zedeqiiyaa mootii godhan (w07-AM 7/1 12 key. 6)

    • His 17:7, 15—Zedeqiiyaan waadaa warra Baabiloniif akka amanamu gale diigee Gibxiin gargaarsa akka isaaf gootu gaafate (w07-AM 7/1 12 key. 6)

    • His 17:18, 19—Yihowaan, Zedeqiiyaan waadaa galee akka eegu isa irraa barbaada (w12 10/15 30 key. 11; w88-E 9/15 17 key. 8)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 16:60—“Kakuu bara baraa” kan jedhame maali dha? Kakuu kana keessa kan galan hoo eenyufaʼi? (w88-E 9/15 17 key. 7)

    • His 17:22, 23—‘Fiixee xobbeen’ Yihowaan nan dhaaba jedhe eenyu dha? (w07-AM 7/1 12 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 16:28-42

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Fuula jalqabaa wp17.4—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Fuula jalqabaa wp17.4—Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qayyabachuu Kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa (garuu hin taphachiisin).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 11 key. 1-2—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 131

  • Hangam Iyyuu Gaaʼela Keetti Abdii yoo Kutatte, Waadaa Gaaʼelaaf Galte Eegi: (Daq. 10) Dammaqaa! Bitootessa 2014 fuula 14-15 (Amaariffa) irratti hundaaʼee jaarsi tokko haasaadhaan kan dhiheessu.

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Dhugaa Isaa Dubbadhu: (Daq. 5)

    (Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Dhugaa Isaa Dubbadhu jedhamu taphachiisi.) Achiis ijoollee xixinnoo gara waltajjiitti afeeriitii, viidiyicha ilaalchisee gaaffiiwwan tokko tokko isaan gaafadhu (WANTOOTA QOPHAAʼAN > VIIDIYOO jalatti argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 8 key. 14-18 fi saanduqoota “Macaafa Qulqulluu Afaan Hedduutiin Hiikuu” fi Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 121 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi