ADOOLESSA 31–HAGAYYA 6
HISQI’EL 24-27
Faarfannaa 118 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Raajiin Xiirosiin Ilaalchisee Dubbatame Amantii Dubbii Yihowaa Irratti Qabnu Nuu Jabeessa”: (Daq. 10)
His 26:3, 4—Yihowaan Xiiros akka balleeffamtu waggaa 250 ol dura raajii dubbate (si-E 133 key. 4)
His 26:7-11—Hisqiʼel biyyaa fi mootii jalqaba dursee Xiirositti marsu maqaadhaan caqasuudhaan raajii dubbateera (ce-E 216 key. 3)
His 26:4, 12—Hisqiʼel dallaan, manneenii fi biyyoon Xiiros bishaan keessatti akka gatamu raajii dubbateera (it-1-E 70)
Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
His 24:6, 12—Xuwween sibiilaa ligidaaʼuun isaa maal argisiisa? (w07-AM 7/1 14 key. 2)
His 24:16, 17—Hisqiʼel yommuu haati manaa isaa duute akka hin gaddine kan ajajame maaliifi? (w88-E 9/15 21 key. 24)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 25:1-11
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Tiraaktii hunda—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Tiraaktii hunda —Viidiyoo (viidiyicha hin taphachiisin) Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 23 key. 13-15—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Amantiin Dubbii Waaqayyoo Irratti Qabnu Qorumsa Qorumsa Damdamachuuf Nu Gargaara: (Daq. 15) Caqasawwan kan akka Isaayaas 33:24; 65:21, 22; Yohaannis 5:28, 29 fi Mulʼata 21:4 irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Eebbawwan Bulchiinsi Mootummichaa Argamsiisu jedhamu taphachiisi (viidiyoon kun mata duree KITAABA QULQULLUU jedhamu jalatti argama). Keessumaa yommuu qorumsi isaan mudatu yaadaan addunyaa haaraa keessa jiraachaa akka jiran godhanii akka ilaalan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 9 key. 16-21, saanduqoota “Tiraaktota Lamaan Amaazon Keessatti Garaa Namoota Lamaa Tuqan” fi “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 70 fi Kadhannaa