LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 4
  • Hagayya 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 4

Hagayya 14-20

HISQI’EL 32-34

  • Faarfannaa 60 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Itti Gaafatamummaa Ulfaataa Eegduun Tokko Qabu”: (Daq. 10)

    • His 33:7—Yihowaan, Hisqiʼel eegduu akka taʼuuf isa muudeera (it-2-E 1172 key. 2)

    • His 33:8, 9—Eegduun kun akeekkachiisa isatti himame dabarsuudhaan, dhiiga namaatiif itti gaafatamuu irraa of eegeera (w88-E 1/1 28 key. 13)

    • His 33:11, 14-16—Yihowaan namoota akeekkachiisa isaa fudhatan ni oolcha (w12 3/15 15 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gadi Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • His 33:32, 33—Namoonni dantaa yoo dhaban illee lallabuu keenya itti fufuu kan qabnu maaliifi? (w91-E 3/15 17 key. 16-17)

    • His 34:23—Caqasni kun raawwii isaa kan argate akkamitti? (w07 4/1 26 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) His 32:1-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.4 fuula jalqabaa—Deddeebii gaaffiitiif haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.4 fuula jalqabaa—Nama haasofsiistu walgaʼii gumii irratti afeeri.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 2 key. 9-10—Garaa baratichaa tuquun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 47

  • “Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Ija Jabina”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wantoota Amanamummaa Mancaasan Irraa Fagaadhaa—Sodaa Namaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 10 key. 8-11 saanduqoota “Ayyaana Qillee, Maddaafi Kaayyoosaa,” “Madda Ayyaanotaafi Sirnawwan Kaanii Saaxiluu”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 75 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi