Onkoloolessa 2-8
DAANI’EL 7-9
Faarfannaa 95 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Raajiin Daaniʼel Yeroo Masiihichi Itti Dhufu Dursee Dubbateera”: (Daq. 10)
Dan 9:24—Aarsaan Masiihichaa dhiifama cubbuu argachuuf karaa baneera (it-2-E 902 key. 2)
Dan 9:25—Masiihichi dhuma waggoota 483tiitti dhufe (it-2-E 900 key. 7)
Dan 9:26, 27a—Masiihichi walakkaa waggoota sanaatti ni ajjeefame (it-2-E 901 key. 2, 5)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Dan 9:24—“Inni hundumaa irra caalaa qulqulluun” kan dibamu yoomi? (w01-AM 5/15 27)
Dan 9:27—Kakuun hamma dhuma waggoota 490maatti ykn Dh.K.B. bara 36tti hojii irra ture isa kami dha? (w07-AM 9/1 20 key. 4)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Dan 7:1-10
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Ittiin Lixa Jiʼa Kanaa Qophaaʼi: (Daq. 15) “Ittiin Lixa” irratti mariʼadhaa. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaaʼe hunda erga taphachiistee booda, yaada ijoo isaa irratti mariʼadhaa. Babalʼistoonni namoota fedhii qaban dafanii deebiʼanii akka haasofsiisan jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Kitaaba Qulqulluu Dhimmanii Qoʼachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barreeffamoota Qorannaa Kitaaba Qulqulluu Gochuuf Gargaaran jedhu taphachiisi (kutaa viidiyoo WALGAʼIIWWANII FI TAJAAJILA KEENYA jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 12 key. 16-23, saanduqoota “Baayʼee Ajaaʼibsiifamne,” “Daawwannaa Torban Torbaniin Godhamuufi Buʼaa Argamsiise,” saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 7 fi Kadhannaa