Onkoloolessa 23-29
HOSE’AA 8-14
Faarfannaa 76 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Wanta Qabdu Keessaa Isa Caalu Yihowaadhaaf Kenni”: (Daq. 10)
Hos 14:2—Yihowaan ‘galata afaan keenyaatiif’ bakka guddaa kenna (w07-AM 4/1 20 key. 1)
Hos 14:4—Yihowaan namoota wanta qaban keessa isa hunda caalu isaaf kennaniif dhiifama godha, isa duratti fudhatama akka qabaatan godha, akkasumas michoota isaa akka taʼan godha (w11 2/15 16 key. 15)
Hos 14:9—Karaa Yihowaa irra adeemuun nuuf gaarii dha (jd-E 87 key. 11)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Hos 10:12—Yihowaa irraa ‘jaalala’ amanamaa ‘haammachuuf’ maal gochuu qabna? (w05-AM 11/15 28 key. 7)
Hos 11:1—Raajiin kun Yesuus irratti kan raawwatame akkamitti? (w11 8/15 10 key. 10)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Hos 8:1-14
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) T-35
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) T-35—Tiraaktichi yeroo darbe kennameera. Maree kee itti fufuudhaan mormii namni haasofsiistu kaasuuf deebii kenni.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 152 key. 13-15—Akkamitti garaa baratichaa tuquun akka dandaʼamu argisiisi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jireenya Kee Yihowaa Galateeffachuuf Itti Fayyadami!”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dandeettii Kee Yihowaa Galateeffachuuf Itti Fayyadami jedhu taphachiisi (kutaa viidiyoo GAAFANNOO FI MUUXANNOO jalaa argama).
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 13 key. 24-32
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 61 fi Kadhannaa