LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Sadaasa ful. 5
  • Sadaasa 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Sadaasa ful. 5

Sadaasa 20-26

MIIKIYAAS 1-7

  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Miikiyaas jedhamu taphachiisi.]

    • Mik 6:6, 7—Namootaa wajjin hariiroo gaarii yoo qabaachuu baanne, aarsaan keenya Yihowaa duratti fudhatama hin qabaatu (w08 5/15 6 key. 20)

    • Mik 6:8—Yihowaan wanta humna keenyaa ol taʼe nu irraa hin eegu (w12-AM 11/1 22 key. 4-7)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mik 2:12—Raajiin kun kan raawwatame akkamitti? (w07-AM 11/1 15 key. 6)

    • Mik 7:7—Yihowaa ‘eeggachuu’ kan qabnu maaliifi? (w03-AM 8/15 24 key. 20)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mik 4:1-10

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) Rom 10:13 —Dhugaa Barsiisaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 3:14 —Dhugaa Barsiisaa. Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bh 123-124 key. 20-21.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 28

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 6)

  • Yihowaan Arjaa Akka Taanu Barbaada (Fak. 3:27): (Daq. 9) Viidiyicha taphachiisi (kutaa viidiyoo SAGANTAAWWANII FI TAʼEEWWAN jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 14 key. 15-23, saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 126 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi