LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Muddee ful. 3
  • ‘Fiixee Uffata Nama Yihudii Tokko Qabachuu’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Fiixee Uffata Nama Yihudii Tokko Qabachuu’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Nuti Isinii Wajjin Deemna
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • ‘Nuyi Isinii Wajjin In Dhaqna’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • “Ilmaan Keessanii fi Intaloonni Keessan Raajii in Dubbatu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Gara Burqaa Bishaan Jireenya Kennuutti Geeffamuuf Kan Malan
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Muddee ful. 3
Namicha uffata nama Yihudii tokko qabate

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ZAKAARIYAAS 1-8

‘Fiixee Uffata Nama Yihudii Tokkoo Qabachuu’

8:20-23

Saba afaan gara garaa dubbatan hundumaa keessaa namoonni kudhan fiixee uffata nama Yihudii tokko qabanii, “Nuyis sii wajjin achi in dhaqna” jedhu. Guyyoota gara dhumaa kana keessatti, namoonni saba gara garaa keessaa dhufan Kiristiyaanota dibamoo wajjin Yihowaa waaqeffachuuf yaaʼaa jiru

Karaan hoolonni kan biraan dibamtoota yeroo ammaatti jiran itti deggeran tokko tokko kamfaʼi?

  • Dhugaa Baatota tajaajila irra jiran lama

    Hinaaffaadhaan hojii lallabaa irratti hirmaatu

  • Qarshii saanduqa buusii keessa galchuu

    Garaa guutuudhaan buusii qarshii gochuudhaan hojicha deggeru

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi