Muddee 18-24
ZAKAARIYAAS 9-14
Faarfannaa 8 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“‘Dachaa Tulloota’ Gidduutti Argamu Keessa Jiraadhaa”: (Daq. 10)
Zak 14:3, 4—‘Dachaa guddaan’ eegumsa Yihowaan godhu argisiisa (w13 2/15 19 key. 10)
Zak 14:5—Namoonni “gara dachaa” sanaatti baqatanii achuma jiraatan eegumsa argatu (w13 2/15 20 key. 13)
Zak 14:6, 7, 12, 15—Namoonni dachaa Yihowaan eegumsa itti godhuu ala jiran ni balleeffamu (w13 2/15 20 key. 15)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Zak 12:3—Yihowaan, Yerusaalemiin ‘dhagaa ulfaataa kan ishee godhu’ akkamitti? (w07 12/1 28-29 key.9-10)
Zak 12:7—Yihowaan ‘duraan dursee dunkaana Yihudaa kan oolchu’ akkamitti? (w07 12/1 30 key. 13)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Zak 12:1-14
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) g17.6 14-15—Namni sun walgaʼii keenya irratti akka argamu afeeri.
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) g17.6—Yeroo darbe fuula 14 fi 15 irratti mariʼatameera. Akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamu argisiisi, namni sun walgaʼii keenya irratti akka argamu afeeri.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 5—Namni sun walgaʼii keenya irratti akka argamu afeeri.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.
“Qophii Haaraa Walgaʼii Torban Gidduutti Godhamutti Dabalame”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo sagalee hin qabnee fi Beetafaagee, Gaara Ejersaa fi Yerusaalem jedhu argisiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 15 key. 29-36, saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 134 fi Kadhannaa