LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 3
  • Amajjii 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 3

Amajjii 8-14

MAATEWOS 4-5

  • Faarfannaa 82 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Barumsawwan Lallaba Gaaraa Yesuus Irraa Argaman”: (Daq. 10)

    • Mat 5:3—Gammachuun wantoota hafuuraa dheebochuudhaan argama (“Gammachuu,” ‘Warra wantoota hafuuraa dheebotan’ nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 5:3)

    • Mat 5:7—Gammachuun gara laafeyyii fi araara qabeeyyii taʼuudhaan argama (“gara laafeyyii” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 5:7)

    • Mat 5:9—Gammachuun nagaa uumuudhaan argama (‘warra nagaa uuman’ nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 5:9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 4:9—Seexanni Yesuus maal akka godhu isa qoruuf yaalee ture? (“siʼa tokko qofa kuftee yoo na waaqeffatte” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 4:9)

    • Mat 4:23—Yesuus sochiiwwan guguddaa lamaan kam irratti xiyyeeffatee ture? (“barsiisaa. . . lallabaa” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 4:23)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 5:31-48

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree Fakkeenya Taʼu ilaali.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w16.03 31-32—Mata Duree: Seexanni Yommuu Yesuusiin Qore Qaamaan Gara Mana Qulqullummaatti Isa Geessee?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 130

  • Warri Qajeelummaadhaaf Jedhanii Ariʼataman Gammadoo Dha: (Daq. 9) Viidiyoo Maatii Naamguungi: Sababii Amantii Isaaniin Hidhamanii Turan jedhamu taphachiisi, achiis barumsa argattan irratti mariʼadhaa (kutaa viidiyoo GAAFANNOOWWANII FI MUUXANNOOWWAN jalatti argama).

  • “Jalqaba Obboleessa Kee Wajjin Araarami—Akkamitti?”: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Gochawwan tarreeffaman hunda keessaa tarkaanfiin inni dhumaa qofti sirrii kan taʼe maaliif akka taʼe mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 16 key. 18-24, saanduqa “Dhugaadhaaf Faarfachuu,” saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 87 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi