LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 7
  • Amajjii 29–Guraandhala 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 29–Guraandhala 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 7

Amajjii 29–Guraandhala 4

MAATEWOS 10-11

  • Faarfannaa 4 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yesuus Boqonnaa Akka Argannu Nu Afeereera”: (Daq. 10)

    • Mat 10:29, 30—Yesuus Yihowaan tokkoon tokkoon keenyaaf akka yaadu dubbachuun isaa boqonnaa kan namaaf argamsiisu dha (“dimbiixii,” “saantima gatii xinnoo qabdu,” “rifeensi mataa keessanii tokko illee utuu hin hafin lakkaaʼameera” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa “Dimbiixii” miidiyaa Mat 10:29, 30)

    • Mat 11:28—Yihowaa tajaajiluun boqonnaa namaaf argamsiisa (‘warri baʼaan isinitti ulfaate,’ “anis boqonnaa isiniif nan kenna” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 11:28)

    • Mat 11:29, 30—Aangoo Kiristoosii fi qajeelfama isaatiif bitamuun boqonnaa namaaf argamsiisa (“Waanjoo koo baadhaa” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 11:29)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 11:2, 3—Yohaannis Cuuphaan gaaffii kana kan gaafate maaliif ture? (jy 96 key. 2-3)

    • Mat 11:16-19—Caqasoota kana akkamitti hubachuu qabna? (jy 98 key. 1-2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 11:1-19

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree Fakkeenya Taʼu ilaali.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee fi gaaffii caqasichaa wajjin wal qabate filadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 45-46 key. 15-16—Namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 87

  • ‘Warri Dadhabanii fi Baʼaan Itti Ulfaate’ Boqonnaa Akka Argatan Gochuu: (Daq. 15) Viidiyicha (kutaa viidiyoo GAAFANNOOWWANII FI MUUXANNOOWWAN) jalaa taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:

    • Wantoonni dhiheenyatti raawwatamanii fi namoonni tokko tokko boqonnaa akka barbaadan taasisan maalfaʼi?

    • Yihowaa fi Yesuus karaa jaarmiyichaa boqonnaa kan kennan akkamitti?

    • Kitaabni Qulqulluun madda boqonnaa kan taʼe akkamitti?

    • Tokkoon tokkoo keenya warra kaan boqochiisuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 17 key. 19-20, saanduqa “Manneen Barnootaa Tajaajiltoota Mootummichaa Leenjisan,” saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 49 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi