LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Guraandhala ful. 4
  • Guraandhala 12-18

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 12-18
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Guraandhala ful. 4

Guraandhala 12-18

MAATEWOS 14-15

  • Faarfannaa 93 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Namoota Muraasatti Fayyadamanii Namoota Hedduu Sooruu”: (Daq. 10)

    • Mat 14:16, 17—Barattoonni daabboo shanii fi qurxummii lama qofa qabu turan (w13 7/15 15 key. 2)

    • Mat 14:18, 19—Yesuus namoota hedduu kan nyaachise barattoota isaatti fayyadamee ti (w13 7/15 15 key. 3)

    • Mat 14:20, 21—Namoonni kumaan lakkaaʼaman dinqii Yesuus raawwate irraa faayidaa argataniiru (“dubartootaa fi ijoollee utuu hin dabalatin” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 14:21; w13 7/15 15 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 15:7-9—Fakkeessitummaa irraa fagaachuu kan qabnu maaliifi? (“fakkeessitoota nana” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 15:7)

    • Mat 15:26—Yesuus “buchulloota” yommuu jedhu maal jechuu barbaadee ti? (“ijoollee . . . buchulloota” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 15:26)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 15:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w15 9/15 16-17 key. 14-17—Mata Duree: Amantii Kee Jabeessuuf Yesuus Irratti Xiyyeeffadhu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 135

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Michoota Horachuu: (Daq. 7) Viidiyicha taphachiisi (kutaa viidiyoo IJOOLLEE jedhu jalaa). Achiis ijoollee filatte gara waltajjiitti baasiitii gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Namoonni ati michoota godhachuu qabdu warra Yihowaa jaallatan qofa taʼuu kan qabu maaliifi? Isaan irraa hoo maal barachuu dandeessa?

  • “Abbaa Kee fi Haadha Keef Ulfina Kenni!”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee adii Warra Kootti Dubbachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? jedhamu (kutaa viidiyoo DARGAGGOOTA jalaa) taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 18 key. 9-20, saanduqa “Buusiin Godhamu Hojiirra kan Oolu Akkamitti?” saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 109 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi