LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Guraandhala ful. 6
  • Guraandhala 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Guraandhala ful. 6

Guraandhala 19-25

MAATEWOS 16-17

  • Faarfannaa 45 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira?”: (Daq. 10)

    • Mat 16:21, 22—Pheexiros miirri isaa yaada isaa irratti dhibbaa akka godhu heyyameera (w07 3/1 7 key. 17)

    • Mat 16:23—Pheexiros yaada isa kan Waaqayyoo irratti yaadaa hin turre (w15 5/15 13 key. 16-17)

    • Mat 16:24—Kiristiyaanonni ilaalchi Waaqayyoo jireenya isaanii akka isaaniif qajeelchu heyyamuu qabu (w06 4/1 21 key. 9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 16:18—Qarsaan Yesuus gumii Kiristiyaanaa irratti hundeessu eenyu dha? (“ati Pheexirosi . . . qarsaa kana,” “gumii” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 16:18)

    • Mat 16:19—“Furtuuwwan Mootummaa samii” Yesuus Pheexirosiif kenne maali dha? (“furtuuwwan Mootummaa samii” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 16:19)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 16:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha erga taphachiistee booda irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 78

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Gaaffiiwwanitti Akka Gaariitti Fayyadamuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hojii Yesuus Hojjete Raawwadhaa—Barsiisuu jedhamu taphachiisi (kutaa viidiyoo WALGAʼIIWWANII FI TAJAAJILA KEENYA jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 19 key. 1-7, saanduqa “Waldaa Ifa Haaraa”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 101 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi