LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Bitootessa ful. 2

Bitootessa 5-11

MAATEWOS 20-21

  • Faarfannaa 76 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Isin Keessaa Guddaa Taʼuu kan Barbaadu Hundi, Tajaajilaa Keessan haa Taʼu”: (Daq. 10)

    • Mat 20:3—Barreessitoonni seeraa fi Fariisonni of tuuloo taʼan, ‘bakka gabaatti’ of argisiisuu fi nagaa gaafatamuu jaallatu (“Bakka Gabaa” nwtsty miidiyaa Mat 20:3)

    • Mat 20:20, 21—Ergamoonni lama ulfina guddaa fi aangoo argachuuf gaafatanii turan (“haati manaa Zabdewoos ilmaan ishii,” “inni tokko karaa mirga kee, inni tokko immoo karaa bitaa kee” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 20:20, 21)

    • Mat 20:25-28—Yesuus duuka buutonni isaa tajaajiltoota gad of qaboo taʼuu akka qaban ibseera (“tajaajilaa,” “warra kaan tajaajiluu . . . dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin dhufne” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 20:26, 28)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mat 21:9—Namoonni hedduun sun sagalee guddaadhaan, “Ilma Daawit akka oolchitu si kadhanna!” yeroo jedhan maal jechuu isaanii ture? (“akka oolchitu si kadhanna!” “Ilma Daawit” nwtsty qabxiiwwan qoʼannaa Mat 21:9)

    • Mat 21:18, 19—Yesuus mukti harbuun tokko akka gogdu kan godhe maaliifi? (jy 244 key. 4-6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mat 20:1-19

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 36-37 key. 3-4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 99

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 10) Viidiyoo jiʼa Bitootessaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 20 key. 1-6, saanduqoota “Hojii Gargaarsaa Guddaa Bara Keenyatti Raawwatame,” “Balaan Uumamuusaa Dura Qophaaʼuu” fi “Balaan Yommuu Uumamu”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 107 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi