LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Ebla ful. 6
  • Ebla 30–Caamsaa 6

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 30–Caamsaa 6
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Ebla ful. 6

Ebla 30–Caamsaa 6

MAARQOS 5-6

  • Faarfannaa 151 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba”: (Daq. 10)

    • Mar 5:38—Namni jaallannu yommuu duʼu ni gaddina

    • Mar 5:39-41—Yesuus namoota duʼaan ‘rafaa jiran’ kaasuuf humna qaba (“rafaa jirti malee hin duune” qabxii qoʼannaa Mar 5:39, nwtsty-AM)

    • Mar 5:42—Duʼaa kaʼuun gara fuulduraatti raawwatamu namoonni ‘baayʼee akka gammadan’ godha (jy 118 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mar 5:19, 20—Qajeelfamni Yesuus yeroo kanatti kenne isa yeroo kaanii irraa adda kan taʼe maaliif taʼuu dandaʼa? (“isaanitti himi” qabxii qoʼannaa Mar 5:19, nwtsty-AM)

    • Mar 6:11—“Awwaara miilla keessanii dhadhaʼadhaa” jechuun hiika maalii qaba? (“awwaara miilla keessanii dhadhaʼadhaa” qabxii qoʼannaa Mar 6:11, nwtsty-AM)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 6:1-13

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Nama haasofsiistutti weeb saayitii jw.org itti argisiisi.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee filadhu, akkasumas yeroo itti aanuuf haala mijeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 36 key. 23-24—Garaa baratichaa tuquun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe argisiisi.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 144

  • “Meeshaalee Buʼuuraa Barsiisuuf Itti Fayyadamnutti Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Itti Gargaaramuu”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Jaarmiyaa Yihowaa keessatti Jajjabina Argachuu: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan kanaa gadii gaafadhu: Qorumsawwan Peeraa fi haadha manaa isaa mudatan keessaa tokko tokko kamfaʼi? Wanti jabaatanii akka dhaabbatan isaan gargaare maali? Yeroo qorumsi nu irra gaʼu sochiiwwan tiʼookraasii keenya addaan kutuu kan hin qabne maaliifi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 22 key. 17-24, saanduqa irra deebii “Mootummichi Isiniif Hammam Dhugoomeera?”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 139 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi