LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 14-20

MAARQOS 9-10

  • Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Mulʼata Amantii Namaa Cimsu”: (Daq. 10)

    • Mar 9:1—Yesuus ergamoota isaa keessaa muraasni isaanii ulfina inni Mootummicha irratti qabu mulʼataan akka argan abdii kenneera (w05-AM 1/15 12 key. 9-10)

    • Mar 9:2-6—Pheexiros, Yaaqoobii fi Yohaannis Yesuus inni dinqiidhaan jijjiirame “Eliyaasii” fi “Musee” wajjin yeroo dubbatu arganiiru (w05-AM 1/15 12 key. 11)

    • Mar 9:7—Yihowaan sagaluma isaatiin dubbachuudhaan Yesuus Ilma isaa akka taʼe mirkaneesseera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mar 10:6-9—Yesuus gaaʼela ilaalchisee dhugaa buʼuuraa akkamii dubbate? (w08 2/15 30 key. 8)

    • Mar 10:17, 18—Yesuus namicha “Barsiisaa gaarii” jedhee isa waame kan sirreesse maaliifi? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mar 9:1-13

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w04-AM 5/15 30-31—Mata duree: Wanti Yesuus Maarqos 10:25 Irratti Dubbate Hiika Maalii Qaba?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 131

  • “Wanta Waaqayyo Walitti Hidhe . . . ”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Jaalallii fi Wal Kabajuun Maatiin Tokkummaa Akka Qabaatu Godha jedhamu taphachiisi (KITAABA QULQULLUU jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 1

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi