Waxabajjii 11-17
LUQAAS 1
Faarfannaa 137 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Luqaas jedhamu taphachiisi.]
Luq 1:38—Itti gaafatamummaa ishiidhaaf kenname gad of qabuudhaan fudhatteetti (ia 171 key. 12)
Luq 1:46-55—Dubbii isaa irraa caqasuudhaan Yihowaa jajatteetti (ia 172-173 key. 15-16)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Luq 1:69—“Gaanfa fayyinaa” jechuun maal jechuu dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Luq 1:76—Yohaannis Cuuphaan ‘Yihowaa dura deema’ jedhamuu kan dandaʼe akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 1:46-66
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8) Akka filannootti, odeeffannoo caqasa waggaa bara 2018 ilaalchisee kenname ilaalaa. (w18.01 8-9 key. 4-7)
Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhuu fi jiʼa Waxabajjiitiif qophaaʼe taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 5
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 95 fi Kadhannaa