LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Waxabajjii ful. 5
  • Waxabajjii 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Waxabajjii ful. 5

Waxabajjii 18-24

LUQAAS 2-3

  • Faarfannaa 133 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?”: (Daq. 10)

    • Luq 2:41, 42—Yesuus warra isaa wajjin ayyaana Faasikaa kabajeera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Luq 2:41)

    • Luq 2:46, 47—Yesuus wanta geggeessitoonni amantii dubbatan dhaggeeffateera; akkasumas gaaffii isaan gaafateera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 2:51, 52—Yesuus warra isaatiif ‘bitamuu isaa itti fufeera,’ akkasumas Waaqayyoo fi namoota duratti surraa argateera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 2:14—Caqasni kun hiika maalii qaba? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 3:23—Abbaan Yoseef eenyu dha? (wp16.3-AM 9 key. 1-3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 2:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Achiis yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w14 2/15 26-27—Mata duree: Yihudoonni Jaarraa Jalqabaa Masiihicha “Eeggachaa” kan Turan Maal Irratti Hundaaʼanii Ti?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 134

  • “Warra kan Taatan, Ijoolleen Keessan Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Carraa Argatan Hundatti Fayyadamaniiru jedhamu taphachiisi (GAAFANNOO FI MUUXANNOO jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 6, saanduqa “Yeroon Isaan Itti Qulqullaaʼan ni Gaʼe”

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 138 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi