LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 5
  • Adooleessa 23-29

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adooleessa 23-29
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 5

Adoolessa 23-29

LUQAAS 12-13

  • Faarfannaa 4 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Isin Dimbiixota Hedduu Caalaa Gatii Guddaa Qabdu”: (Daq. 10)

    • Luq 12:6—Simbirroowwan xixinnoon illee Waaqayyo duratti hin dagataman (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 12:7—Yihowaan akka gaariitti kan nu beekuu taʼuun isaa xiyyeeffannaa akka nuuf kennu argisiisa (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 12:7—Yihowaan tokkoon tokkoon keenyaaf iddoo guddaa kenna (cl 289-290 key. 4-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 13:24—Gorsi Yesuus kenne kun hiika maalii qaba? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 13:33—Yesuus kana kan dubbate maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 12:22-40

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu; achiis barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 184-185 key. 4-5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 116

  • Addaan Baafamanii Jiraatan Iyyuu hin Irraanfataman: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:

    • Haalawwan rakkisoo akkamiitu babalʼistoota sadan kana mudate?

    • Yihowaan akka isaan hin daganne kan argisiise akkamitti?

    • Babalʼistoonni kun utuma haala rakkisaa keessa jiranii Yihowaa tajaajiluu isaanii kan itti fufan akkamitti? Kun hoo warra kaan kan jajjabeesse akkamitti?

    • Gumii keessan keessatti maanguddoota ykn obboloota hirʼina qaamaa qabanitti jaalala argisiisuu kan dandeessan akkamitti?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 11

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 53 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi