LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 6
  • Adoolessa 30–Hagayya 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 30–Hagayya 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 6

Adoolessa 30–Hagayya 5

LUQAAS 14-16

  • Faarfannaa 125 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Waaʼee Ilma Badee Dubbatu”: (Daq. 10)

    • Luq 15:11-16—Ilmi didaa taʼe kun jireenya gadhiisii jiraachuudhaan dhaala argatee ture bittimseera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 15:17-24—Inni yaada waan geddarateef abbaan isaa inni jaalala qabeessi deebisee isa simateera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 15:25-32—Ilaalchi ilma isa hangafaa garuu sirreeffamuu qaba ture

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 14:26—Akka caqasa kanaatti jechi ‘jibbuu’ jedhu maal argisiisa? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 16:10-13—Yesuus “qabeenya jalʼinaa” yommuu jedhu barattoonni isaa maal akka hubatan barbaadee ti? (w17.07 8-9 key. 7-8)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 14:1-14

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis namni sun walgaʼii irratti akka argamu afeeri.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu; achiis barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 32 key. 14-15

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 107

  • “Ilmi Badee Ture ni Deebiʼe”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ilmi Badee Ture ni Deebiʼe jedhamu irraa gabaabsamee fudhatame taphachiisuudhaan jalqabi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 12

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 52 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi