LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Hagayya ful. 2
  • Hagayya 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Hagayya ful. 2

Hagayya 6-12

LUQAAS 17-18

  • Faarfannaa 18 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kan Galateeffattu Taʼi”: (Daq. 10)

    • Luq 17:11-14—Yesuus namoota dhukkuba nadaayiitiin qabaman kudhan fayyiseera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa Luq 17:12, 14)

    • Luq 17:15, 16—Namoota dhukkuba nadaayiitiin qabaman sana keessaa Yesuusiin galateeffachuuf kan deebiʼe isa tokko qofa dha

    • Luq 17:17, 18—Seenaan kun galateeffachuun baayʼee barbaachisaa taʼuu isaa ibsa (w08-AM 8/1 14-15 key. 8-9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 17:7-10—Yesuus fakkeenya kanatti kan fayyadame maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Luq 17:10)

    • Luq 18:8—Yesuus caqasa kana irratti waaʼee amantii akkamii caqasuu isaa ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 18:24-43

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 4 key. 1-2

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 39

  • “Haadha Manaa Loox Yaadadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 13

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 97 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi