LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Hagayya ful. 4
  • Hagayya 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Hagayya ful. 4

Hagayya 13-19

LUQAAS 19-20

  • Faarfannaa 84 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Waaʼee Miinaa Kudhan Dubbatame Irraa Baradhaa”: (Daq. 10)

    • Luq 19:12, 13—“Namichi sanyii mootii taʼe tokko” garboonni isaa hamma inni deebiʼutti akka daldalan isaanitti hime (jy 232 key. 2-4)

    • Luq 19:16-19—Garboonni amanamoon sun dandeettii adda addaa kan qaban taʼus, lamaan isaanii iyyuu badhaasa argataniiru (jy 232 key. 7)

    • Luq 19:20-24—Garbichi inni hamaan hojii isaaf kenname utuu hin raawwatin waan hafeef, kasaaraan isa irra gaʼeera (jy 233 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 19:43—Wanti Yesuus dubbatu kun kan raawwatame akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 20:38—Wanti Yesuus as irratti dubbate amanannaa abdii duʼaa kaʼuu irratti qabnu kan nuuf cimsu akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 19:11-27

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w14 8/15 29-30—Mata Duree: Yesuus Luqaas 20:34-36 Irratti Waaʼee Namoota Lafa Irra Jiraachuuf Duʼaa Kaʼanii Dubbachaa Turee?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 83

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—JW.ORGitti Fayyadamuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 14

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 79 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi