LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Hagayya ful. 5
  • Hagayya 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Hagayya ful. 5

Hagayya 20-26

LUQAAS 21-22

  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fayyinni Keessan Dhihaateera”: (Daq. 10)

    • Luq 21:25—Yeroo rakkina guddaatti wantoonni nama sodaachisan ni raawwatamu (kr 254 key. 9)

    • Luq 21:26—Diinonni Yihowaa gar malee ni sodaatu

    • Luq 21:27, 28—Dhufaatiin Yesuus namoota amanamoo taʼaniif fayyina argamsiisa (w16.01 10-11 key. 17; w15 7/15 17-18 key. 13)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 21:33—Wanta Yesuus caqasa kana irratti dubbate akkamitti hubachuu dandeenya? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Luq 22:28-30—Yesuus kakuu akkamii gale? Kan gale hoo eenyuu wajjini? Kakuun kun maal raawwata? (w14 10/15 16-17 key. 15-16)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 22:35-53

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni haasofsiistu sun yeroo hojiidhaan qabamee jirutti akkamitti deebii akka kennitu argisiisi.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 136

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 15

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 74 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi