LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 2
  • Fulbaana 3-9

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 3-9
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 2

Fulbaana 3-9

YOHAANNIS 1-2

  • Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yesuus Dinqii Isaa isa Jalqabaa Raawwate”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Yohaannis jedhamu taphachiisi.]

    • Yoh 2:1-3—Cidha gaaʼelaa irratti haalli nama qaanessuu dandaʼu tokko ni uumame (w15 6/15 4 key. 3)

    • Yoh 2:4-11—Wanti Yesuus raawwate amantii barattoota isaa cimseera (jy 41 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 1:1—Yohaannis ‘Dubbichi’ Waaqayyo Hundumaa Dandaʼuu wajjin tokko dha, jechuu isaa akka hin taane ragaawwan kamfaatu argisiisa? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Yoh 1:29—Yohaannis Cuuphaan Yesuusiin “Hoolicha Waaqayyoo” jedhee kan waame maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 1:1-18

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii, irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 50, Dhugaa 2

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 8)

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 7) Viidiyoo jiʼa Fulbaanaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 17

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 86 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi