LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 4
  • Fulbaana 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 4

Fulbaana 17-23

YOHAANNIS 5-6

  • Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kakaʼumsa Sirriidhaan Yesuusiin Hordofaa”: (Daq. 10)

    • Yoh 6:9-11—Yesuus dinqiidhaan namoota baayʼee sooreera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Yoh 6:10)

    • Yoh 6:14, 24—Namoonni, Yesuus Masiihiicha akka taʼe hubatan; akkasumas guyyaa itti aanu irratti isa argachuu barbaadan (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Yoh 6:14)

    • Yoh 6:25-27, 54, 60, 66-69—Namoonni Yesuusii fi barattoota isaa kan hordofan kakaʼumsa dogoggoraatiin waan tureef, wanta inni dubbatetti ni gufatan (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa Yoh 6:27, 54; w05-AM 9/1 21 key. 13-14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 6:44—Abbaan namoota gara ofii isaatti kan harkisu akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Yoh 6:64—Yesuus “jalqabumaa kaasee” Yihudaan dabarsee akka isa kennu kan beeke akkamitti ture? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 6:41-59

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni sun yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Namni sun Kiristiyaana akka taʼe sitti hima.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 31

  • Buʼaa Akkamii Argattan?: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni muuxannoo haasaa lallabuuf gargaaru jalqabuudhaan argatan akka dubbatan afeeri.

  • “Homtuu Lafatti hin Badne”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Diizaayinii Magariisaa Yihowaadhaaf Ulfina Fide jedhamu irraa fudhatame taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 19 key. 1-9

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 72 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi