LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 2
  • Onkoloolessa 1-7

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 1-7
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 2

Onkoloolessa 1-7

YOHAANNIS 9-10

  • Faarfannaa 25 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa”: (Daq. 10)

    • Yoh 10:1-3, 11, 14—Yesuus inni, “tiksee gaarii,” taʼe hoolota isaa dhuunfaatti isaan beeka akkasumas wanta isaan barbaachisu isaaniif kennuudhaan isaan kunuunsa (nwtsty miidiyaa; w11 5/15 7-8 key. 5)

    • Yoh 10:4, 5—Hoolonni sagalee keessummaa utuu hin taʼin, sagalee Yesuus beeku (cf 146-147 key. 17)

    • Yoh 10:16—Hoolonni Yesuus tokkummaa qabanitti gammadu (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 9:38—Namichi duraan kadhataa fi qaro dhabeessa ture, Yesuusiif kan sagade miira akkamiitiin kakaʼee ti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Yoh 10:22—Ayyaanni Haareffama Mana Qulqullummaa maal ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 9:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha erga taphachiistee booda, irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 14 key. 1-2

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 62

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 20

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 66 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi