LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 3
  • Onkoloolessa 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 3

Onkoloolessa 8-14

YOHAANNIS 11-12

  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gara Laafina Argisiisuu Irratti Fakkeenya Yesuus Hordofaa”: (Daq. 10)

    • Yoh 11:23-26—Yesuus jechoota nama jajjabeessan Maartaatti dubbateera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa Yoh 11:24, 25)

    • Yoh 11:33-35—Yesuus Maariyaamii fi namoonni kaan yommuu booʼan yeroo argu miirri isaa baayʼee jeeqamee ture (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Yoh 11:43, 44—Yesuus namoota gargaarsi isaan barbaachisu gargaaruuf tarkaanfii fudhateera

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 11:49—Qayyaafaan luba ol aanaa akka taʼu eenyutu isa muude? Aangoo kana irra hoo yeroo hammamiitiif ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Yoh 12:42—Yihudoonni tokko tokko Yesuus, Kiristoos akka taʼe amanuu isaanii ifatti beeksisuu kan sodaatan maaliifi? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 12:35-50

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w13 9/15 32—Mata duree: Yesuus, Alaazaar Duʼaa Kaʼuu Isaa Dura Imimmaan Isaa kan Dhangalaase Maaliifi?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 141

  • Yesuus ‘Duʼaa Kaʼuu fi Jireenya’ Dha (Yoh 11:25): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Waaqayyo Gooftaa fi Kiristoos Isa Godhe’— Kutaa 2, jedhamu irraa fudhatame taphachiisi. Achiis dhaggeeffattoota gaaffiiwwan armaan gadii isaan gaafadhu: Seenaan kun waaʼee gara laafina Yesuus maal nu barsiisa? Yesuus ‘duʼaa kaʼuu fi jireenya’ kan taʼe akkamitti? Gara fuulduraatti Yesuus dinqiiwwan akkamii raawwata?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 21

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 98 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi