Onkoloolessa 15-21
YOHAANNIS 13-14
Faarfannaa 100 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Ani Fakkeenya Isiniif Taʼeera”: (Daq. 10)
Yoh 13:5—Yesuus miilla barattoota isaa dhiqeera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Yoh 13:12-14—Barattoonni ‘miilla isaanii walii dhiquudhaaf’ dirqamni isaan irra jira ture (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Yoh 13:15—Barattoonni Yesuus hundi fakkeenya inni gad of qabuudhaan kaaʼe hordofuu qabu (w99-AM 3/1 31 key. 1)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yoh 14:6—Yesuus ‘karaa, dhugaa fi jireenya’ kan taʼe akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Yoh 14:12—Namoonni Yesuusitti amanan hundi ‘hojii inni hojjete irra caalu’ kan hojjetan akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 13:1-17
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Karaa al idilee taʼeen yommuu dhugaa baatu maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Ofittummaa fi Aaruu Irraa Fagaadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Jaalala Waliif Qabaadhaa’— Ofittummaa fi Aaruu Irraa Fagaadhaa jedhu taphachiisi. Yeroon hamma siif heyyametti saanduqa, “Fakkeenya Kitaaba Qulqulluu Irratti Xiinxaluu Qabnu” jedhu ibsi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 22
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 81 fi Kadhannaa