LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Sadaasa ful. 4
  • Sadaasa 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Sadaasa ful. 4

Sadaasa 19-25

HOJII ERGAMOOTAA 4-5

  • Faarfannaa 73 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbachuu Isaanii Itti Fufan”: (Daq. 10)

    • HoE 4:5-13—Pheexirosii fi Yohaannis “namoota hin barannee fi iddoo guddaa hin qabne” taʼanis, bulchitootaa fi barsiisota seeraa duratti amantii isaaniitiif falmaniiru (w09 1/1 11, saanduqa; w08 5/15 31 key. 6)

    • HoE 4:18-20—Pheexirosii fi Yohaannis kan doorsifaman taʼu illee, lallabuu isaanii dhaabuu didaniiru

    • HoE 4:23-31—Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa ija jabeeyyii taʼuuf hafuura Yihowaatti amanamanii turan (it-1-E 128 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 4:11—Yesuus “dhagaa buʼuuraa” kan taʼe karaa kamiini? (it-1-E 514 key. 4)

    • HoE 5:1—Hanaaniyaa fi Saphiiraan lafa isaanii kan gurguran maaliif ture? (w13-AM 3/1 15 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 5:27-42

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni sun yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni sun Kiristiyaana akka hin taane sitti hima.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 82

  • “Buʼaawwan Gaariitti Fayyadamanii Lallabuun Addunyaa Maratti Argamsiise”: (Daq. 15) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Gumiin keessan minjaalatti ykn gaariitti fayyadamee addababayiitti kan lallabu yoo taʼe, minjaalicha ykn gaarii sana dhaggeeffattootatti argisiisi. Qophii gumiin keessan godhes ibsi. Yoo yeroo qabaatte, muuxannoo gaarii tokko dubbadhu ykn hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi. Babalʼistoonni akkamitti irratti hirmaachuu akka dandaʼan ibsi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 27

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 57 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi