LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Muddee ful. 3
  • Muddee 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Muddee ful. 3

Muddee 10-16

HOJII ERGAMOOTAA 12-14

  • Faarfannaa 60 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Barnaabaasii fi Phaawulos Bakkawwan Fagoo Deemanii Namoota Barattoota Godhaniiru”: (Daq. 10)

    • HoE 13:2, 3—Yihowaan, Barnaabaasii fi Saaʼoliin hojii addaa tokkoof isaan filateera (bt-AM 85-86 key. 4)

    • HoE 13:12, 48; 14:1—Hojiin isaan jabaatanii hojjetan buʼaa argamsiiseera (bt-AM 95 key. 5)

    • HoE 14:21, 22—Barnaabaasii fi Phaawulos barattoota haaraa taʼan cimsaniiru (w14 9/15 13 key. 4-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 12:21-23—Wanta Heroodis irra gaʼe irraa maal baranna? (w08 5/15 32 key. 7)

    • HoE 13:9—Saaʼol, “Phaawulos” jedhamee kan waamame maaliifi? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 12:1-17

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) bt-AM 78-79 key. 8-9—Mata Duree: Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼaniif Kadhadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 65

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota ‘Kakaʼumsa Sirrii Qaban’ Barattoota Akka Taʼan Gargaaruu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yihowaan Si Gargaara jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 30

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 5 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi