LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Muddee ful. 4
  • Muddee 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Muddee ful. 4

Muddee 17-23

HOJII ERGAMOOTAA 15-16

  • Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Murtoo Dubbii Waaqayyoo Irratti Hundaaʼee fi Sagalee Tokkoon Murteeffame”: (Daq. 10)

    • HoE 15:1, 2—Dhimmi dhaqna qabaa ilaalchisee gumii Kiristiyaanaa jaarraa jalqabaatti kaʼee ture gumicha qoqqooduu jala gaʼee ture (bt-AM 102-103 key. 8)

    • HoE 15:13-20—Murtoon qaamni ol aanaan dabarse Kitaaba Qulqulluu irratti kan hundaaʼe ture (w12 1/15 5 key. 6-7)

    • HoE 15:28, 29; 16:4, 5—Murtoon qaamni ol aanaan dabarse gumiiwwan amantiitti akka ciman godheera (bt-AM 123 key. 18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 16:6-9—Tajaajila keenya balʼifachuu ilaalchisee seenaa kana irraa maal baranna? (w12 1/15 10 key. 8)

    • HoE 16:37—Phaawulos ergamaan misiraachicha babalʼisuuf mirga lammii Roomaa taʼuu isaatti kan fayyadame akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 16:25-40

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa (garuu viidiyicha hin taphachiisin).

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 74

  • “Faarfannaatti Fayyadamaatii Gammachuudhaan Yihowaa Jajadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ijoolleen Faarfannaadhaan Yihowaa Jajatu jedhu taphachiisi. Kutaa kana xumuruuf, hundumtuu kaʼanii viidiyichaa wajjin Faarfannaa 084 Bakka Gargaarsi Barbaachisutti Tajaajiluu jedhu akka faarfatan afeeri (kutaa viidiyoo IJOOLLEE jedhu jalaa argama).

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 31

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 139 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi