LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Muddee ful. 7
  • Muddee 31, 2018–Amajjii 6, 2019

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 31, 2018–Amajjii 6, 2019
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Muddee ful. 7

Muddee 31, 2018–Amajjii 6, 2019

HOJII ERGAMOOTAA 19-20

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ofii Keessaniifis Taʼe Tuuta Hoolotaa Hundaaf Xiyyeeffannaa Kennaa”: (Daq. 10)

    • HoE 20:28—Jaarsoliin tiksitoota taʼanii gumichaaf eegumsa godhu (w11 6/15 20-21 key. 5)

    • HoE 20:31—Jaarsoliin akkuma barbaachisummaa isaatti “halkanii fi guyyaa” gargaarsa kennu (w13 1/15 31 key. 15)

    • HoE 20:35—Jaarsoliin amala fedhii ofii aarsaa gochuu akka qaban argisiisuu qabu (bt-AM 172 key. 20)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 19:9—Phaawulos ergamaan jabaatanii hojjechuu fi akkuma haala isaatti sirreeffama barbaachisu gochuu ilaalchisee fakkeenya kan taʼu akkamitti? (bt-AM 161 key. 11)

    • HoE 19:19—Warri Efesoon fakkeenya kan nuuf taʼan akkamitti? (bt-AM 162-163 key. 15)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 19:1-20

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf kaardii teessoo JW.ORG kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, gaaffii yeroo itti aanu irratti mariʼachuuf qopheessite gaafadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) jl barumsa 15

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 99

  • Dargaggoota Itti Gaafatamummaa Fudhachuuf Carraaqan Leenjisaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa: Jaarsoliin gumii keessatti gaʼee guddaa akkamii qabu? (HoE 20:28) Warra kaan leenjisuu isaanii itti fufuu kan qaban maaliifi? Jaarsoliin akkaataa Yesuus ergamoota isaa itti leenjise hordofuu kan dandaʼan akkamitti? Obboloonni leenjii fudhachuu ilaalchisee ilaalcha akkamii qabaachuu qabu? (HoE 20:35; 1Xi 3:1) Jaarsoliin leenjii hojiidhaan deggerame akkamii isaaniif kennuu dandaʼu? Obboloota leenjisaa jiran ilaalchisee ilaalcha madaalamaa akkamii qabaachuu qabu?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 33

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 116 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi