LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Amajjii ful. 4
  • Amajjii 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Amajjii ful. 4

Amajjii 21-27

HOJII ERGAMOOTAA 25-26

  • Faarfannaa 73 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Phaawulos Qeesaaritti Ol Iyyate, Achiis Herodis Agriiphaa Mootichaaf Dhugaa Baʼe”: (Daq. 10)

    • HoE 25:11—Phaawulos mirga seeraan argatetti fayyadamee Qeesaaritti ol iyyateera (bt-AM 198 key. 6)

    • HoE 26:1-3—Phaawulos, Herodis Agriiphaa duratti dhugaadhaaf falmeera (bt-AM 198-201 key. 10-16)

    • HoE 26:28—Wanti Phaawulos dubbate mooticha irratti dhibbaa guddaa geessiseera (bt-AM 202 key. 18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 26:14—Arfiin maali dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa; nwt jibsoo, “Arfii”)

    • HoE 26:27—Phaawulos, “Raajotatti ni amantaa?” jedhee yommuu isa gaafatu Agriiphaa Mootichi deebii kennuun kan isatti ulfaate maaliifi? (w03-AM 11/15 16-17 key. 14)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 25:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba, Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa? jedhu itti argisiisi. (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • “Kuubeek Keessatti Hojichi Seera Biratti Beekamtii Akka Argatu Gochuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 35 key. 12-19

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 121 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi