LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 2
  • Guraandhala 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 2

Guraandhala 4-10

ROOMAA 1-3

  • Faarfannaa 88 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Qalbii Keessan Leenjisuu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Roomaa jedhamu taphachiisi.]

    • Rom 2:14, 15—Namni hundi qalbii qaba (lv 16 key. 6)

    • Rom 2:15—Qajeelfama amansiisaa akka nuuf kennuuf qalbii keenya leenjisuu qabna (lv 17-18 key. 8-9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Rom 3:4—“Waaqayyo dhuga qabeessa” taʼee akka argamu gochuu kan dandeenyu akkamitti? (w08 6/15 30 key. 5)

    • Rom 3:24, 25—‘Furiin Kiristoos Yesuus kaffalle,’ “cubbuuwwan baroota darbanitti hojjetamaniif” dhiifama argamsiisuu kan dandaʼu akkamitti? (w08 6/15 29 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 1:1-17 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Bifa Mariitiin Dhiheessuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi jedhamu qoʼannaa 2 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w06-AM 6/1 12-13—Mata duree: Hirʼina Ofii Qabdaniifis Taʼe Kan Warra Kaaniitiif Ilaalcha Sirrii Qabaadhaa. (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 6

  • “Amalawwan Waaqayyoo Warra Ijaan hin Argamne ni Hubattaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan Kan Dhihaatu. Uumamni Dinqisiisaan Ulfina Waaqayyoo Mulʼisa—Ifaa fi Halluu jedhu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 35 key. 28-36

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 89 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi