LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 6
  • Guraandhala 25–Bitootessa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 25–Bitootessa 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 6

Guraandhala 25–Bitootessa 3

ROOMAA 9-11

  • Faarfannaa 25 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Waaʼee Muka Ejersaa Dubbatame”: (Daq. 10)

    • Rom 11:16—Mukti ejersaa dhaabame, kakuu Yihowaan Abrahaamiif galee wajjin haala wal qabateen karaa itti Waaqayyo kaayyoo isaa raawwatu bakka buʼa (w11 5/15 23 key. 13)

    • Rom 11:17, 20, 21—Dibamtoonni muka ejersaa akka fakkeenyaatti ibsame irratti maxxanfaman amantii akka qaban argisiisuu isaanii itti fufuu qabu (w11 5/15 24 key. 15)

    • Rom 11:25, 26—Israaʼeloonni hafuuraa ‘hundi ni fayyu’ (w11 5/15 25 key. 19)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Rom 9:21-23—Yihowaa isa Suphe Dhooftuu Guddicha taʼeen tolfamuuf fedhii qabaachuu kan qabnu maaliifi? (w13 6/15 25 key. 5)

    • Rom 10:2—Waaqeffannaan keenya beekumsa sirrii irratti kan hundaaʼe taʼuu isaa mirkaneeffachuu kan qabnu maaliifi? (it-1-E 1260 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 10:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼu isa deddeebii gaaffii lammaffaa irratti kennameen jalqabi, achiis kitaaba Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa? jedhamu fayyadamuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 60

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barattoota Kitaaba Qulqulluu Guddina hin Argisiisne Qoʼachiisuu Dhiisuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 38

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 147 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi