LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 20-26

2 Qorontos 11-13

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Qoree Foon Phaawulos Waraanu”: (Daq. 10)

    • 2Qo 12:7—Phaawulos rakkina dhaabbataa taʼee fi akka qoree nama waraanuu wajjin walʼaansoo gochaa ture (w08 6/15 3-4)

    • 2Qo 12:8, 9—Yihowaan wawwaannaa Phaawulos qoreen sun akka isa irraa fuudhamuuf dhiheesse isaaf deebisuu dhiisuu filateera (w07 1/1 14-15 key. 17-18)

    • 2Qo 12:10—Phaawulos hafuura qulqulluutti amanamuudhaan hojii isaaf kenname raawwachuu dandaʼeera (w18.01 9 key. 8-9)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Qo 12:2-4—“Samii isa sadaffaa” fi “jannata” kan jedhame maal argisiisuuf taʼuu dandaʼa? (w18.12 8 key. 10-12)

    • 2Qo 13:12—“Dhungannaa qulqulluu” kan jedhame maali dha? (it-2-E 177)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Qo 11:1-15 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; achiis kitaaba Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa? jedhamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • “‘Qoree Foon Keessan Waraanu’ kan Qabdan Taʼus Milkaaʼina Argachuu ni Dandeessu!”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Iji Warra Jaamotaa in Banama”. Barreeffamoonni namoota iji isaanii hin argineef ykn ilaaluun isaan rakkisuuf qophaaʼan afaan 47n bifa bireeliitiinii fi bifa kan biraatiin akka argamu dhaggeeffattootatti himi. Babalʼistoonni barreeffamoota akkasii barbaadan obboleessa kutaa barreeffamaa keessa hojjetu gaafachuu dandaʼu. Gumii keessattis taʼee naannoo tajaajilaa keessan keessatti, namoota iji isaanii hin argineef xiyyeeffannaa akka kennan hunda isaanii jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 48

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 118 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi