LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Waxabajjii ful. 3
  • Waxabajjii 10-16

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 10-16
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Waxabajjii ful. 3

Waxabajjii 10-16

EFESOON 1-3

  • Faarfannaa 112 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Bulchiinsa Yihowaa fi Wantoota Inni Raawwatu”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Efesoon jedhamu taphachiisi.]

    • Efe 1:8, 9—“Iccitii qulqulluu” inni jedhamu Mootummaa Masihiichaa kan dabalatu dha (it-2-E 837 key. 4)

    • Efe 1:10—Yihowaan uumamawwan isaa dandeettii yaaduu qaban hunda tokko gochaa jira (w12 7/15 27-28 key. 3-4)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Efe 3:13—Rakkinni Phaawulos irra gaʼe Kiristiyaanota Efesoon keessa turaniif “ulfina” jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (w13 2/15 28 key. 15)

    • Efe 3:19—‘Jaalala Kiristoos beekuu’ kan dandeenyu akkamitti? (cl 359 key. 21)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Efe 1:1-14 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko itti argisiisi. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 95

  • “Qoʼannaa Dhuunfaa Kee Caalaatti Gammachiisaa Godhi”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Qoʼannaa Dhuunfaa Buʼa Qabeessa Taʼe Gochuudhaan Dhugaa ‘Cimsaa Qabadhaa’ jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 51

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi