LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Waxabajjii ful. 4
  • Waxabajjii 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Waxabajjii ful. 4

Waxabajjii 17-23

EFESOON 4-6

  • Faarfannaa 71 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Miʼa Waraanaa Isa kan Waaqayyoo Guutummaatti Uffadhaa”: (Daq. 10)

    • Efe 6:11-13—Miidhaa Seexannii fi jinniiwwan geessisan irraa eegumsi nu barbaachisa (w18.05 27 key. 1)

    • Efe 6:14, 15—Dhugaa, qajeelinaa fi misiraachoo nagaatiin eegumsa ofiif godhaa (w18.05 28-29 key. 4, 7, 10)

    • Efe 6:16, 17—Amantii, abdii fayyinaa fi Dubbii Waaqayyootiin eegumsa ofiif godhaa (w18.05 29-31 key. 13, 16, 20)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Efe 4:30—Namni tokko hafuura qulqulluu gaddisiisuu kan dandaʼu akkamitti? (it-1-E 1128 key. 3)

    • Efe 5:5—Namni sassataan waaqa tolfamaa waaqeffata jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (it-1-E 1006 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Efe 4:17-32 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 135

  • “Yihowaatti Maaltu Dhagaʼama?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fedhiin Yihowaa Maal Akka Taʼe Hubachuu Keessan Itti Fufaa (Lew 19:18) jedhu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 52

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 93 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi